Jiraattoni Iowa sababa Covid-19 kan hospitaala jiran jia afran dabre kana caala guyyaa wiyxata akka baaye oldabalee jira akkasumas namni lama dabalataan kandue yoo tau namni 600 oltau akka haarawa qabaman himame.
Namni 350 hospitaala kan jiraniidha, nama 57 kan Woodbury jiru dabalatee akka gabaasa mana fayyaa Siouxland tti.kunis guyyaa tokkoti namni 5 dabaluudha.
Woodbury County keesati namni haarawa qabame 54 dha guyyaa 14keesati parsantii 15.6% gahera. Wannii kamuu parsantii 15% yoo kantaruu mana barumsaa kamuu kara online akka baratan kan taasisuudha.
Har’a, deparmantiin mana fayyaa namaan adda bahanii taaurtti seera addaa baasaniiru.
Kun kandabalatus, nama dhukkuba Kanaan qabaman walitti dhufeenya kan qaban bultii 14 kan adda bahamee taau akka hin jirre yoo haguugi fuula kan godhatan tae. Namni mana tokko keesa jiratan garuu adda baafamani kan taa’an ta’a.
Lakkoofsi ummata America bara 2020 kan lakkaawamu taru jira.
Jia kana dhumaa irrati ajaja Tramp lakkoofa umatta akka dhaabamu kan ajajame ture abbaan seera federaala tokko dhooge jira.
Dhumti yeroo kan kenname hanga October dhuma irrati. Sababa Covid-19 yeroon isaa kan dheerateedha.
Abbaan seera guyyaan gara Septamper 30 akka jijjiiramu gaafate jira.
Kaluuna kanatti official Iowa kara 70% kan gahuu deebi deebisani jiru.
Lakkoofsa nama guutuudhaf gara 844-440-2020 bilibilaa yookin website , 2020Census.govlaalu nidandeesu.