A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Jiraattoni Iowa kan duraa caala sababa Covid-19 hospitaalatti akka galan gabaafame

Jiraattoni Iowa kan duraa caala sababa Covid-19 hospitaalatti akka galan gabaafame. Lakkoofsi amma jiru,akka gabaasa Website state irrati nama 596, Facilities lama kan Sioux city keessaa nama 75 dabalatee. Akka biyyatiiti waliigalatti namni hospitaala jiru parsantii 30% oliin guddate jira.

Seati 24 darban keessati namni haarawni due 22 dha, namni 1800 ol ammo haarawa qabamanii jiru.

U.S senate Democratic Candidate kan taate Theresa Greenfield eraga hojattoota isii keessa namni tokko dhukubichan qabaman booda qohpii isii dhaabde jirti.

Greenfield Sioux land keessaati bakka baayete akka dhaabata beeye godhan yaadama turee.

Dubbii himaan akka jedhetti Theresa qorannoo goote jirti akkasumas eeganomaaf jecha akk airra deebite qoratamuu heddus himte. Kara daawanna isiiti deebiuuf hawitee jirti.

Greenfield U.S senator Iowa kan ammaa wajjiin kan waldorgamuudha.

Official filannoo kan Iowa lakkooofsi nama corona virus qabamu kan guddachaa jiru kanaaf baaye yaadahani jiru, akka jedhanitti dhukkubni kun hafiinsa hojattoota fi warra tola oltota akka hojii isaani hin hojanne kan dhoggufi sababa kana filannoo irrati akka rakkoo qabau himan.

Bakka daaw’i LAMBE kan Sioux City keesa jiru kan haarumsu jiran jechoota ummataa gaggaari argachu jirani. Dalagaan isa jalqabu hedanis karaa irra jira, bakki isaas 625 Douglas. Bluestem Fund projaktii kanaaf maalaqa $500,000 kenanii jiru. projaktiin kunis location haarawa winter kan 2022 kan banamu ta’a.

Galatooma

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content