A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Jiraata Minneopolis Goerge Floyd erga poolisoni ajjeeste booda magaala Des Moines hiriiri nagaya

Jiraata Minneopolis Goerge Floyd erga poolisoni ajjeeste booda magaala Des Moines hiriiri nagaya guyyaa sadihiif akkuma itti fufe jira. Iowa governor Kim Reynolds akka jetteeti guraacha ameerika irratti rakkoo uumamu fudhane jira fi NAACP wajjiin hojachu jira jedhan. Akka oduu conference se’atti booda irratti GOv. Reynolds jetteeti akka ammaan booda duti akka hin argamneef ummata mirga namaa eeguufi seera fi haqa dalagu akka waliin dalagu feetu himte. Betty Adrews president branch NAACP kan Iowa fi Nebraska keessatti argamudha.

Adrews akka jetteti ammati waan bakka keenu ammaaf nijira. Governor akka jetteti isiin garee xiyyafanno itti godhatama keesa jirti. Adrews ilaalcha biraa argachuf yeroon amma jedhe.

Reynolds akka namni 9:00.p.m. booda hin bane ni degarti. Hiriira nagahaa toohachuf police Des Moines department poly county sheriff office fi Iowa State patrol waliin hojachu jiruu.

Namichi Congress Steve King sababa covid-19 rakko dhufu hir’isuuf miidha dirqama kan uumu gargaarsa federaalatin kan keennu fi guyyaa har’a hime.

Kafaltin hisaaba kan doolaara billiyoona 16 meeshaadhani seeraa akka bahuu King gabaase. Akka inni jedhetti biili indemnity kan qootee bultoota booye isaani qurquruu jedhan akka kefaluuf himan.

Ummani jiraatota Iowa kumaa oliin jiraan kaardi absentee ballot kaa filaannoof qophayee har’a kaara postattin erguu qaban yoking borii qamaan dhaqanii falachuu qabu. Har’ii guyaa dhumatti warii postaan erguu, garuu qamaan filachuuf amoo boori dhaquu qabu.

Sababa dhukubatif, secretariin Iowa Paul Pate namoota filanno godhan hundaaf kaardi filannoo ergeef jiraa jedhe. Kanaafu democraati fi republican felannoo isaani kan jalqabe galmeesssu jiran. Akka Pate jedhetti namni 486, 000 kan taran filanno borittif ergame, garuu harki 69% Jum’aa office county auditorif galee jira.

Sarveen haarawni akka mullisuti hogaannaan bisneesaa akka jedhetti ikonomiin irratti jijiramma ni mul’ate keessatu aanawan kutaa 9 kan karaa MidWest, osoo babal’ini dhukuba coronavirus itti jiru. Waliigalati aanadhani kanaaf ikoonomin foyya’aa jira May 43.5 irraa kan Aprils 35.1 fooya’ee jira. Uffitti amanamuna sarveen Wiyxata gadhi dhiifame, kunis uffitti abdii godhachuufi ikoonomini biyyaale assira jalqabe ji’a 6 booda seerati deebi’u abdii qabani.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content