A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Itti gaafatamtoonni Nebraska naamunan dhan kan dhiyaatef irrati hundaa,un qorannoo corona virus irra

Oromo News 02/22/2021

Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni  Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.

Itti gaafatamtoonni Nebraska naamunan dhan kan dhiyaatef irrati hundaa,un qorannoo corona virus irrati gochuu jirani.  Hanga ammaati qoranoon United Kingdom fi South Africa tti yeroo jalqabaati virus addaa addaa kan bahe addaan bahe hin beekamne. Garuu qorattooni dandeeti virus qabuufi malattoo kannama irrati mulattu kan ulfaatuf mutation argatanii jiru.

Doctors Iowa akka jedhetti ijoolle umriin isaa xiqqaa tae urrati ufiin uf ajeessun baaye baayacha demu jira, Covid-19 sababa isa jalqabaati. Ijoollen baayinnaan addumaan itti dhagahama nama isaan qarqaarus nidhabu. January dhuma irrati, maneen haakima kan marzii toohattan akka himanitti ijoolen durba umriin isaani 11 hanga 14 jirran uf ajjeesuudhaf yookin uf miidhudhaaf yaali baaye godhanii jiru.

Lakkoofsi nama covid-1 9 qabaman Woodbury County keessati gad xiqqaata deemu jira. Siouxland District health guyaa wiyxata nama 6 qabame dabalaniii jirani. Qoranno bulti 14 keessati guyyaa jimaata parsantii 1% tokkoon gad buee jira amma parsantii 5% jira. Hospitaala Sioux City lama keessati dhukubsattoota corona virus 15 ttuu yaalamu jira. Lakkoofsis guyyaa darbee walin kal walfakkaatuudha, lakkoofsi nama du’es waliigalatti 210 dha.

National Weather Service akka jedhanitti  guyaa kaleesa Sioux city keessati snow inche 6 bu’ee akka ture himan.

Meteorologist akka gabaasaniiti naannawa Siouxland fi jidduuti sababa duummessa baayeten snow hin eegamin baaye argatani akka turan.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content