A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Iowa public health official akka jedhanitti Iowa keessati corona virus bifti sadii gara garaa United

Oromo News 02/01/2021

Iowa public health official akka jedhanitti Iowa keessati corona virus bifti sadii gara garaa United Kingdom keessati akka mulatte himan. Kanneen keessa inni lamaa Johnson County kan eastern Iowa keesa fi tokko ammo Bremer County northeast Iowa keesati akka mulate himani jiran. Akka qorannoo scientific Variant strain waamamuti B.1.1.7 akka jedhettu inni kuni virus isaa qaraa irra daddafe akka babalachuu dandauufi akka nama ajeesu dandaus himan. Talaalin jalqaba rakkoodhaf akka buaa tae nibeekama. Haatau malee, Iowa vaccine baaye akka ture himan.

Akka guyyaa har’aati, Deparmantiin mana fayyaa Iowa akka gabaasaniti namni dabalataan sababa Covid-19 kan due 5 yoo tau namni haarawa qabame ammo 298 dha. Guyaa har’aa state guyyaa har’aa nama due waliigala 4,906 akka gahe himan, akka guyyaa kaleesati namni dabale due shan dha, akka Website state tti.

Woodbury County keessati, seeati 24 darban keessati namni haarawa qabame 3 akka tae himan. Namni waliigalati dues kan dabale yoo tau duuti kunis guyyaadhan darbe maraa kan ufkeesa qabuu miti.

Sioux City naannawa Downtown intensive survey dhaaf $15,000 akka argattu himam. Deparmantiin cultural Affairs Sioux City Historic Preservtion commission dhaaf gargaarsa kenaniifi. Commission bakkeewan eena galmeesudhaf magaaalatti qixxeeti qoranoo kan godhan ta’a. Deparmantin Culture Affair guyyaa har’a 108,000 magaaladhan bayeedhaf kennani jiran.

Deparmantiin mana fayyaa Siouxland akka gabaasanitti qaxaroo talaali covid-19 dhaaf Feb.10 fi Feb.12 Tyson keessati kan kennamu akka galmeesu jalqaban wiyxata har’aa himani jiran. Deparmantiin fayyaa walii galatti February 17th, February 24th, fi March 3rd akka qabae himan. Galmeen clinica kana haga silaa hin jalqabne,garu talaali hagam akka arganu eega beyne booda kan himnu ta’a.

Talaali kan kennamuf:

·      Nama umrii isaa 65 fi sanii ol tae.

·      Warra jalqaba irra jiru kan akka firefighter, Poolisii Qondaala, fi dalaagtotaa hawaasaa nageenyumma da’imaa.

·      PK-12 hojjataa mana baruumsa

·      Hojattota ijoole daaima barsiisan

·      Daaima warra eegan

·      Phase 1A warra fayyaa kan talaali jalqaba ka hin fudhatin.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content