A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Iowa keessati namni haarawa guyyaa har’a corona virus qabame 1,500 ol akka ta’e ibasame

Iowa keessati namni haarawa guyyaa har’a corona virus qabame 1,500 ol akka ta’e ibasame. kunis April keessa kan qabame harka dhibaataman akka taru mullisa.

Namni haarawa du’emmoo 18 yoo ta’u,waliigalatti namni due 1,081 gaheera.

Governor Kim Reynolds sababa corona virus dabaleef mana dhugaati, breweries fi mana sirbaa 6 Iowa keessati cuufsiiste. Counties northwest Iowa hin dabalatu.

Ajajni kunis hanga September 20 kan itti fufu ta’a. Governor hanguugi fuula akka uffatamuu kan jajjabeesu ta’a, garuu dirqamaan namni akka uffatuu gochuu hin dandenuu kuni “nama dirquu ykn chinquu ta’a”.

Mannii fayyaa Sioux land akka gabaasetti Woodbury county keessati namni tokko dabalataan akka du’e websiten nimullisa, waliigalatti namni du’emmoo 55 gaheera. Websiten statekan corona virus akka mullisuti waliigalatti namni qabame 4,021 dha. Kuni se’aati 24 keessati nama haarawa qabame 18 kan dabalateedha.

College Morningside barattoonni isaa 3 akka corona virus qabaman gabaase. Baratoota fi kanneen biraa virus qabaman ammaaf adda baafamanii taau jirani. College torbaan dhufuu qorannoo cumpus keessati qopheesuf hojachuu jiruu.

Torbaan tarte, University Briar Cliff barataan isaani tokko akka virus Kanaan qabame gabaasani turani.

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content