A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Iowa keessati namni dabalataa sadihii sababa Covid-19 akka du’an gabaafame, nama tokko kan Woodbury

Iowa keessati namni dabalataa sadihii sababa Covid-19 akka du’an gabaafame, nama tokko kan Woodbury County keessati du’e dabalatee, namni waliigalati du’e Woodbury keesati du’e 59 gaheera. County keessati namni dabalataan 32 yoo tau akka state guututi se’ati 24 kessati namni qabame 400 dha. Akka dhukubni jalqabame namni waliigalati due 1,222 yoo tau waliigalatti namni qabame ammo 73,000 dha.

Nebraska keessati namni waliigalatti due 434 dha. Waliigalatti namni qabame ammo 38,200 dha. Governor Pete Ricketts oduu har’a ganama irrati dubattee ture. Innis Nebraskan akka seera Covid-19 jala deeman yaadachiise akka haguugi fuula godhachuu, harka dhiqachuu, fi addaan fageenya ufii eegachuu. akka inni jedheti vayrasii babalachuu fi hospitaala seenunis ni hira’isa jedhe. Ammas dabalataan akka jedhetti Nebrsaka kessati namni qorannoo godhe 341,000 dha.

Nebrsakan guyya har’a tarkaanfi corona virus afuritii darbanii jiru, tarkanfin inni itti aanu seeran kan dabarsan ta’uu himan. Haataumalee, Governor akka jedhetti sun kan uumamu yoom akka tae ammaaf hin beeyne jedhe.

Waggaa dhuma irrati barattooni Sioux City hundinuu nyaata tolaa kan argatan ta’a. Aanichi warra barattoota gara USDA ttiin dhamsa isaaniti dabarse jira. Barattooni Online nyaata dhufanii fudhachuu akka danda’an himame.

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content