A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Iowa keessati, dhukubsattoota 449 mana fayyaa Sioux land keessati namni 72 hospitaala Sioux City

  Iowa keessati, dhukubsattoota 449 mana fayyaa Sioux land keessati namni 72 hospitaala Sioux City lama keessati yaali argachu jirani. September jidduu keesati nama 31 ture. Manni fayyaa Siouxland Woodbury County keessati namni lama dabalataan du’uu gabaasan waliigalatti namni due 76 gaheera. Namni haarawa qabame ammo 100 oltu jira.

Nebraska keessatis yeoo hundaa dhukubsattoota baaye dabalu jiru, 288 tiin, Ogeesonni gariin kan state keessa jiran dhukuba surge barbaachisu akka hojatan himan. Siren parsantii 30% kan jiru yoo tau 22% ICU keessa jira.  

South Dakota keessati namni hospitaala seenu, kan qabamuufi kan du’u yeroo hundaa baayacha deemu jira. Deparmantiin mana fayyaa akka gabaaseti guyya tokko keessati sababa Covid-19 namni 14 du’uu gabaasan. Kuni waliigalatti nama qabame 272 gaheera.

September keessati akka state duuti jia san keessa galmaahe 56 dha. Garuu October keessa dua bayinan kan argaa jiru yoo tau haga ammaati namni due 49 dha.

State akka biyyaati torbaan tarte keessa nama dhukuba Kanaan qabamu harka lammaa irraa irra akka jirtu gabaasan. Nama 100,000 keessa nama 711 qabame, akkaata gabaasa Johns Hopkins.

Akkasumas, akka task corona virus kan White House himetti Iowa nama covid-19 qabamu ammas akka bifa diima jala jirtu himan, harka guddaa akka biyyaati qaban jaha dabalate fi du’a baaye kan muudate waliin.

Akka gabaasni himutti long-term care facilities baaye akka miidhamu jiran himan. Narsiidhan mana kan northwest iowa keesa jiran sagal adda baafamani akka mana taa’a jiran himame.

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content