A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Iowa keessati corona virus namni qabamu baaye guddataa deemu akkasumas babalinni isaas baaye dabalu

Iowa keessati corona virus namni qabamu baaye guddataa deemu akkasumas babalinni isaas baaye dabalu jira. Daatan Iowa deparmantiin mana fayyaa akka mullisuti namni haarawa qabame 611 yoo ta’u dabalataan kan du’e lama, akkaa gabaasa wiyxataati, waliiglatti namni du’e 1,112 dha.

Barattooni K-12 mana barumsaa golatti deebianiiru, Aanaa dhan muraasa keessati virus baaye babalachu jira. Counties 12 keessati namni qabame 15% yookin sanii oltaree jira. Kunis Governor Kim Reynolds yoo hanga kana kan guddatu ta’e akka barumsi gutumaan guttutii online deebi’u jettee turte.

Plymouth County keesati namni qabame 24% gaheera, Sioux City keessati ammo 21% dha.

Website state kan corona virus akka mullisuti namni qabame Woodbury County keessati 4,140 dha. Kunis kan mullisu jum’aa as namni qabame nama 76 dha. Namni waliigalatti du’emmoo 56 dha.

Dakota County keessati namni harawni qabame 25 yoo ta’u waliigalatti namni qabame ammo 1,984 dha. Namni du’emmoo akkuma 42 irra jiru jira.

Iowa keessati namni qabame baaye gudachu jira, Iowan state yeroo ammaati akka lakkofa adunyaati haali balaafama guddaa keessa jirti.

Akka guyyaa kaleesati, Iowa kutaadhan biraa irraa guyyaa tokkoti nama baayen kan qabameedha, akkaata gabaasa New York Times.

Sirbaan Kanye West filannoo Iowa keesati waraa bulchaanf filattamuu kesaa jira.

Namichi west jedhamu filannoo president kana keessati seenuf waraqaa  kan galchee August jidduuti fi gaafin tokko kan gaafatame malattoodhaniiifi teesodhan inni fayyadameedha.

Shakeedhan biraa ammo kan west irrati uumame seera malee uf beeysise presdaanti kanaaf osoo affeera ykn paartii wahiitu keessa hin jirre. West kuttaa Wyoming keessati repuplikaanan galmaahe.

West waraqaa filannoo irra kan kaawame state muraasa keessati.

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content