A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Iowa har’a dabalataan namni 35 sababa Covid-19 du’uu gabaasan, namni haarawa qabamoo ammo 713 yoo ta

Oromo news 2/9/2021

Iowa har’a dabalataan namni 35 sababa Covid-19 du’uu gabaasan, namni haarawa qabamoo ammo 713 yoo tau qorannoo bulti 14 godhame keessati lakkofsi gad bu’aa akka deemu jiru himan.

Akka gabaasa guyyaa har’aati namni waliigalatti due sababa Covid-19 5,145 tauu himan, akkaata gabaasa coronavirus.iowa.gov tti.

Woodbury County keessati, namni haarawa qabame 18 yootau seati 24 darbe keessati ammo namni haarawa due hin jiru.

Iowa keessati mask fuula godhachuufi addaan fageenga ufii eegachun dirqama akka hin taane itti himame. Gov. repuplica Kim seera haguugi fuula godhachuu fi addaan fageenya ufii eegachu kan faalla isaa seera biraa baase.

Seerra baastonni Democtratic muraasni akka jedhanitti Reynolds wayta seera kana baastu osoo deparmantii mana fayyaa Iowa hin mari’attin akka te himan.

Deparmanti fi office Reynolds haga silaa kahin diigin akka tae himan.

Guyyaa kaleessa midea  irrati akka dubatanitti, Director CDC Rochelle Walensky seera laafifamuu akka itti fufu himan.

Haatau malee, haguugi fuula magaala Sioux City hunda keessati akka godhatamuu qabamu himan, bakka trsanspot maraafu haguugi fuula akka godhatamu jirus himan. Kunis kan dabalatuu martin Luther King Jr. Ground transportation center, City transport fi Sioux Gateway Airpot keessati kan godhatamu ta’a.

Romans Catholic Diocesekan Sioux City tajaajila church dhaaf akka haguugi fuula godhatamuu qabu himan.

Akkasumas halkan kaleessa Sioux City school board, Superintendent Dr. Paul Gausman akka jedhanitti barsiissoni, bRttooni, hojjoonifi warraa daawif dhufe hundinuu akka haguugi fuula godhacchuu qaban himan.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content