A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Iowa guyyaa har’aa corona virus nama qabame 200,000 surpassed taate jirti, nama haarawa qabame 4,359

Oromo News 11/20/2020

Iowa guyyaa har’aa corona virus nama qabame 200,000 surpassed taate jirti, nama haarawa qabame 4,359 waliin. Namni biraa haarawni 25 sababa corona virus du’ani jiru, akkaata gabaasa website, coronavirus.Iowa.gov.
Woodbury County tti se’aati 24 keessati namni haarawa virus Kanaan qabame 127 dha. Manni fayyaa Sioux land akka gabaaseti namni harawa due nama tookko yoo tau isiinis nama umriin isii 61-80 jidduu jirtuudha.
Sioux city Community school district irraa gabaasa covid-19 kan torbaani akka mullisutti namni bayen akka qabameedha. Namni qabames barrattoota 34 fi hojattoota baayinnan kan qabamaniidha building 11 keessati. Torbaan darbe 32 ture.
Ammati mannii barumsa kamuu Emergency jala kan kaahame hin jiru.
West middle fi bakkeen dhuunfa afur kara baruma online tti deebisani jiru.
Tyson food kan booyye hogantoota isaa gurguddoon yeroo amma dhukkubni akkanatti baayate kana nama meeqatu qabame yeroo amma kana jechuun qorannoofi haasawa gochuu jiru.
Presdantii Tyson fi CEO Dan Bank akka jedhanitti baaye kan aaraniidha. Waaye Himannaa falmuu manager iddoo dalagaa Waterloo Iowa irraa nuti jara bakka hin buunu kaampaani fi akka buaa hin qabne himan.
Galatooma 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content