A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Iowa governor Kim Reynolds guyyaa harba wayta qaazexaadhaf kennit akka dhukkubni Covid-19 baaye

Iowa governor Kim Reynolds guyyaa harba wayta qaazexaadhaf kennit akka dhukkubni Covid-19 baaye babalachaa jiru himte.

Akka CDC torbaan tarte gabaaseti, Akka biyyaati Iowa nama haaarawa qabamu akka baaye guddate fi nama qabamuun harka 5th akka jirtu gabaasan.

Reynolds akka jetteti namni baayinan amma qabamu jiruu ijoole dargaggoota kan college Iowa keessa fi Ames keessa jiraniti.

Bulchitoonni haguugi fuula ufachuu dabalatee akka warrri CDC himaniiti homaa yaamichaafi gorsa dabalataa akka hin kennin himan.

Ammati, mana dhugaati county 6 keessati cufsiiste sababa dhukkubni baaye olkaee jechaaf akkasumas eegaatuma jirra murtiin kun yoom akka virus gad xiqqeesa deemu.

Bulchaan mana nyaati fi mana dhugaati miidhamaniif gargaarsaa $10,000 akka kennan himan.

Guyyaa harbaa, akka deparmaanti mana fayyaa Iowa gabaaseti namni 40 dabalataan Covid-19 kan qabame yoo tau namni 4 haarawni kan dueedha waliigalati namni due 1,125 gaheera. 

Dakota County keessati ogeesi fayyaa akka hime namni haarawni 1 dabalataan sababa Covid-19 kan due yoo tau, wayta dhukkubni jalqabe irraa namni waliiglati sababa kana due 43 gaheera. County keessati namni dhumaa kan due July keessa. Kan guyyaa kaleessa dabalatee Woodbury County keessati namni due 56 dha. Namni haarawa qabame Woodbury County keessati qabame 11 yoo ta’u Dakota County keessatimo 15 dha.

Guyyaa lama booda erga namni 25,000 stadium Jack Trice seenu ni danda’a erga jedhanii labsan bakkeen kubbaa harka itti tabatan Cylcones torbaan dhuftu banama, amma ammo warri ISU akka jedhaniti  taphnii ittuma fufa garuu namni daawatu seenu hin dandau jedhanii himan.

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content