A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Iowa Gov. Kim Reynolds kaampaadhin toola ooltatotaaf qarqaarsa walitti guuruf se’aati booda caarata

Oromo News 02/08/2021

Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni  Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.

Iowa Gov. Kim Reynolds kaampaadhin toola ooltatotaaf qarqaarsa walitti guuruf se’aati booda caarata guddaa uumte jirti.

Barreesitooni email akka ibsanatti bara 2019 keesati caaratan kan  mulatte qonnaan bultoota kan filatte dha, kunis kaampani pork hunda keessati. Iowa keessati Reynolds wayta campaigns kan qarqaarte Deb fi Jeff yoo tau isannis $300,000 dhaani.

Iowa House subcommittee akka approved godhanitti wayta dhukkuba kanatti mana barumsa bakkati qaaman kan barsiisanif $ million 30 qopheesani jira.

Aanan kamiinu parsantii 50 barattooni qaaman mana barumsaati akka baratan yoo kan godhanii kaffaltii kana kan argatan ta’a, garuu mana barumsaa baayyini isaa kutaa keessati kan baratan yoo kan jiraatu sun kan caala argatu ta’a. qarqaartonni akka jedhanitti  kafaltiin kun sababa covid-19 wacii bahu kan bakka bu’u ta’a. garuu Melissa Peterson Iowa state education Association kan taate akka jeteti murtiin kun mana barumsa kutaa qaama hundaa kan fayyadau fi kan qarqaaru akka tae himte.

Karoorri state mana barumsaadhaf percentii 2.2 kan dabalee ta’a. kunis guyyaa har’aa Iowa house keessati parsantii 2.5  kan dabalee yoo kan laalamu tae xiqqaadha. Bill lachuu percentii wagga tartee kan walfakkaate dabaledha, garuu dollar xiqqoma dabale. Sababa kunis waan galmeen sababa dhukubicha kan xiqqaatefi.

House fi senate bills tokko tokkoon isaatu bakka ka’uu qabu marattu baajani kan hir’ati ta’a.

Deparmantiin mana fayyaa Iowa guyyaa har’a namni covid-19 due 2 akka ta’eefi namni haarawa qabame ammo 261 akka tae gabaasan. Guyyaa har’aa, state akka gabaaseti namni waliigalati due 5,110 akka gahe himan, guyyaa kaleesati namni due 2 qofa akka gabaasa website corornvirus.iowa.gov tti. Waliigalatti namni qabame ammo 324,666 dha akka dhukubni jalqabe as.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.