A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Hawaasni mana barumsaa Iowa gabaasa corona virus torbaan kana irrati hojattoota keessa namni tokko k

Hawaasni mana barumsaa Iowa gabaasa corona virus torbaan kana irrati hojattoota keessa namni tokko kan qabamee fi barattooni homa akka hin qabamin himan.

Namni 200 ammati adda baafamani taa’urra kan bahaniidha. Kunis December dhuma irrati 500 gad kan bu’eedha.

Barumsaf barattoni wiyxata kan dhaqan yoo tau barumsi online torbaan lamaaf kan hafeedha.

Kunis barumsaaf guyya lama qofa barumsaaf torbaan keessatti kan deemaniidha. Haala barumsaa irrati boordi wiyxta dhufuu walgahanii akka irrati mariatan himan.

Governor Iowa Kim Reynolds sport fi bakka bashaannanaa irrati lakkoofsa muraasni kan kaahame ture har’a kan sute yoo tau, kunis kan kayameeguyyaa gaafa namni 59 sababa Corona virus du’aniidha. Namni tokkoo Woodbury County keessa dabalatee. Akka dhukubichi kun jalqabee namni due 172 dha.

Governor Nebraska Pete Rickets akka jedhetti yeroo jalqabaati namni yeroo jalqaabaf October keessati namni hospitaala jiru 500 dha.

Oduu conference ganamaa kana irrati Rickets akka jedhetti ummani ammalee of eegannoo gochuu akka qaban hime.

Governor sireedhan hospitaala 30%, ICU fi 74% ventilators akka jiru hime.

Oduun kan isiinif dhufuu kunni karaa warra Seaboard Triumph Foods kan Sioux City Iowa kessarrayii, hallaa gariidhan warra hawaasaa Siouxland baraa 2017 irra qarqaruu. Edeefannoo dabalataa yoo fetaan wa’ee Seaboard Triumph Foods maloo websayitii Sioux City Pork dot com sennaa lalaa.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content