A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Haalaqilleensaa Tajaajilla Biyyoolessa waligala akka jedhanitti “impactful ykn Dhiibbaa” qilleensi g

Oromo News 12/28/20

Haalaqilleensaa Tajaajilla Biyyoolessa waligala akka jedhanitti “impactful ykn Dhiibbaa” qilleensi guyyaa kibxata  fi galgala isaas akka gara biyyati deemu jirau himan.

Snow jiddu galeessa fi guddaan inche 3 hanga 7 Siouxland akka argachuu maltu himan.

Sababa haala qilleensa amma dhufaajiru kanaaf, communities siouxland dhaaf seeri emergency snow dhaaf akka bahuu dandau himan, kan akka Sioux City, South Sioux, Dakota City, North Sioux, Hinton fi Norfolk, Nebraska kan dabalatuudha.

Gaazexan Sioux City akka  gabaaseti, guyyaa gidirsanbata lakkoofsa namni covid-19 qabame jiaan laman darbe kana keessa irra namni 17 qofa qabamuudhan lakkofsi baaye xiqqaate tae galmaahe jira. Guyyaa har’a, namni 19 kan dabalame yootau akka dhukubni jalqabe waliigalatti namni 12,000 qabamanii jiru namni due ammo 163 dha.

Dhukubsattooni hospitaala Sioux City lama keessa jiran nama 55 akka tae dubbatame. Kunis December 1st irraa qabame harka qixxee kan ta’eedha.

Qorannoo bultii 14 Woodbury County keessati godhameen lakkoofsi kan gad bue yoo tau amma parsantii 13.5% dha. Torbaan tokko dura, parsanti 15% ture. Ammati ammo counties qixxee oluu northwest Iowa keessati parsanti 15% ol akka ta’an himame. Buena Vista County northwest Iowa keessati lakkoofsa jalqaba irra kan jirtu yoo tau innis parsantii 20.5% dha.

Ogeessi fayyaa naanicha akka jedheti Covid-19 qabamuun hir’isuudhaf haguugi fuula godhachuu, adaan fageenya ufii eegachu, harka dhiqachuu, yoo dhukubsatan mana taa’u fi walitti qabamuu hin barbaachifne irraa uf eegudha.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content