A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Guyyaa lamaffaa kan Artic temperature naannawa Midwest prompted humni akkaa addaan cite yoo tau kibx

Guyyaa lamaffaa kan Artic temperature naannawa Midwest prompted humni akkaa addaan cite yoo tau kibxata ganamaas Nebraska kessati Iowa energy dhaaf bilbilame jira.Utilities Nebraska guddichi akka jedhetti power outage halkan gara hanamaati kan addaan citeedha. Garuu guyyaa qixxee booda dabalataan addaan cituun nimala.

Dubbataan MidAmerican Energy akka jedhetti campanichi wayta qorraa kanatti maamiltoota irraa electrikin akka addaan hin cinnee gochuudhaf akka qophoo tahan himan.

Guyyaa har’aa qorrii mana barumsa Sioux City akka turee jalqabu godhee jira.

Dubbataan mana barumsa Sioux City akka jedhetti qilleensi qorraa mana barumsa Perry Creek Elementary keessati bishaan boonba gudicha akka kute himame. Barattooni seaati lama dura gad dhiifamanii. Bishaanis kan qulqulleefamuu fi bor barsummaf class dhaan akka qophaahu himan.

Manni fayyaa Siouxland Woodbury County keessati talaali guyyaa harbaa February 24th kennamu irrati information haarawa baase jira. Appaointments kan banamu guyyaa kamsaa seati 3 p.m iraaa online dhafi bilbilan kan banamu ta’a. garreewan talaali corona virus Phase 1A fi Phase 1B kan fudhatu nama umriin isaani 65 fi san ol tae, deebistoota tokkoffaa, barsiistota fi hojattoota mana barumsa, eeydota daaimaa fi hojattootta fayaati.

Deparmantiin mana fayyaa Iowa akka himate namni haarwa corona virus due 26 yoo tau kan haarawa qabame ammo 500 oldha, Woodbury County keessa nama 23 dabaltee. Qorannoo bulti 14 godhame keessati namni qabame 5.7% gad xiqqaate jira.

--
 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content