A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Governor Kim Reynolds waraa republican qarqaaru guyyaa kaleessa malatteese jirti. Jalqabaaf

Oromo News 03/09/2021

Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.

Governor Kim Reynolds waraa republican qarqaaru guyyaa kaleessa malatteese jirti. Jalqabaaf, xalaayadhaa fi guyyaa filannooti dursanii kan filatan kan gabaabsefi seera filannoo Iowa irrati jijjiira baaye mullise jira.

League kan United Latin American Citizens ta’an warra seera Iowa ti himata bananii jiran.

Warren seera seeri haaroyni kuni mootuma kan dhiibudha jedhani mormu Jirani.

Reynolds akka jedheti seeri haarwa kuni filannoo keessati iftoominaafi itti gaatamummaa baayisa jedhani jiran.

Deparmantiin mana fayyaa Iowa akka jedhanitti sababa Covid-19 guyyaa har’aa namni dabalataan due 15 yoo tau namni haarawa qabame ammo 500 oldha. Siouxland district health akka gabaaseti Woodbury County keessati namni guyyaa har’aa seati 24 keessati qabame 22 akka tae gabaasan.

Kuni kanumaan osoo jiru, talaalin kiliinika Mary J.Treglia Community House dhaaf guyaa harbaa, March 17th akka qophaahu himan. Lakkoofsi galmee ta’uuf bilbilatan 712 258 5137 dha. Guyyaa dhummaa kan galmee March 15th dha.

Ogeessi fayyaa Nebraska state keessati corona virus haala adda adda tae arguu akkuma itti fufanitti jiru. State nama 5 irrati yeroo jalqabaaf kan United Kingdom keessati argamee fi nama 14 California keessati argamee akka mirkaneefatani jiran himan. Akaatan Virus lamaan kanaayu haala laafatin akka namatti darbuu dandau himan.

Sioux City balalii adda addaa akka Sioux Gateway Airport irraa akka kaee jiru himan. SkyWest April 1st American Airlines irraa over roundtrip akka fudhatu himan. kampanichi contract federaala kan wagga sadihii Essential Air Service Sioux City irraa fudhatee jira. SkyWest dursee Denver kaddameeture. Kara Chicago ganamaa fi seaati booda balallii guyyaa qixee ammo awropilan  teesso 50 qabu yaabatni gara Denver ni deemu.

Oduun kaan isiinif qophahee karaa Seaboard Triumph Foods kan Sioux City Iowa keesayii, karaa gamachutiin Siouxland kessati bara 2017 irraa jalqabee hawasaa kana deegaru. Odeefannoo dabalataa yoo fetee wa’ee Seaboard Triumph Foods malloo wesayitti kanaa senaa, Siouxcitypork.com.