A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Governor Iowa Kim Reynolds namoota Covid-19 qabaman kophaa baafamanii taurrati seera haarawa akka

Governor Iowa Kim Reynolds namoota Covid-19 qabaman kophaa baafamanii taurrati seera haarawa akka baste beeksifte.

Akka gabaasa oduu har’a ganamaati, Reynolds akka jetteti amma irraa jalqabe, namni nama dhukkuba Kanaan qabame walitti dhufeenya kan qabu yoo haguugi fuula seeran ufattan guyyaa 14 kan adda baafamu taau akka hin jirre himte. Reynolds akka jetteti aanandhan mana barumsaa seera qophaa baafamani taa’an kanarraa akka aari qaban himte.

Deparmantiin mana fayyaa Iowa akka jedhiti namni ammas adda baafame taau qabu jedhu. Walitti kaluu kan qabanis uf eegu qabu.

Jijjiiramni kan CDC adda bahu ta’a, haguugi fuula godhatani godhachuu baatani nama Covid-19 qabame walitti dhufeenya qabu bultii 14 qophaa adda baafame taau qaba.

Lakkoofsi ummata Iowa Sababa Covid-19 kan hospitaala galan halkan edaa dabalee jira, Akka state himatte namni haarawa qabame 667 dha kan haarawa duemmmoo nama 7, Nama sadihii woodbury keessa eda galgala kan duan dabalatee waliigalatti woodbury County keessati kan due 67 dha.

Jiraattoni Iowa 87,500 kan ta’an Covid-19 kan qabam yoo tau parsantiin 77% kan tae virus irraa kan fayyaniidha.

Miseensota mana barumsaa Sioux City lama barumsi akka online irrati deebiu gaafatan akka dhukubni hin babalanneef.

Woodbury County keessati nama Covid-19 qabame harki 15% gaheera. Kunis aana mana barumsaa kan online deebisu ta’a.

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content