A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Governor Iowa Kim Reynolds Iowa keessati namni baaye dhukkubaan akka qabanii fi hospiitala akka gala

Governor Iowa Kim Reynolds Iowa keessati namni baaye dhukkubaan akka qabanii fi hospiitala akka galan himte, garuu ogeesonni haala kana toohachuuf gargaasa dabalataa akka hin barbaane gabaaste.

Harba ganama kana hospitaala keessa nama virus Kanaan qabame 444 yaala godhameefi jira, seaati 24 darban kana keessati  namni haarawa qabame 919 yoo tau kan duemmoo 15 dha.

Namni dabalataa jiraatus, Reynolds akka jetteti ogeesoni meesha dabalataa kan ittiin toohatan akka gaafatan himte. Namni martuu akka dirqamatti ufirraa fudhachuu qaban himte, keesatu haguugi fuula godhachuuf, harka ufii dhiqachuu akkasumas fageenya isaani eegachu.

Manni fayyaa Sioux land namni tooko dabalataan sababa Covid-19 akka due gabaase, waliigalatti namni due 74 dha. Namni dhuma kana due dubartii umriin isii 41 fi 60 ta’aniidha.

Namni haarawa qabame 50 ool yo tau walitti namni qabame 6000 olidha namni bultii 14 keessati qabame parsantii 15% hin geene amaaf 14.8% dha.

Wanti kamuu parcantii 15% yoo kan tau barumsa aana Iowa gara online kan deebisuudha. Bekkaan manna fayyaa Sioux land akka dhukkuba kun xiqqaata dhufu argu akka hawwe hime.

Guyyaa har’aa yaadni ummata kan gad dhiifame Iowa keeesati seeran xiqqaa kan qabu mullisa.

Guyyaa filannootif bultii 27 hafa akkasuma Vice President 50% duraa demaa jira yoo tau Donald Trump ammo 45 dha.

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content