A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Governor Iowa dhukkubni corona virus akka olgudataa deemu jiru arguun ummani baadiya jiran akka eegu

Governor Iowa dhukkubni corona virus akka olgudataa deemu jiru arguun ummani baadiya jiran akka eegumsa guddaa ufii godhan yaamicha godhan.

Se’aati 24 keessati namni 30 kan due yoo tau kan haarawa qabame ammo 4,500 dha.

Akka oduu conference torbaan kana yeroo lamaffaaf, Kim Reynolds akka jetteti test kit 360,000 Utah company irraa Test Iowa dhaaf bituu akka karoora qabdu himan.

Kun Kanaan osoo jiru, bordiin fayyaa Iowa akka state guututi akka maskii irrati haga barumsi kennamu filate.

Gov. Reynolds akka jeteeti haguugin fuula kan dirqamsiisudha miti jette.

Boordin mana barumsa hawaasa Sioux City guyyaa West Middle keessati erga barattooni baayen dhukuba Kanaan qabaman booda kutaa 7ffaa guutu kara online deebisani jiru.

New York times akka gabaaseti Sioux City County dhan keessa biyya dhukkubni baaye keessati guddataa deema jiruudha.

Erga meatpacking plant keeessati babal’atee booda, hawaasni summer bareeda arganii turani, osoo dhukubichi August qixxee babalachuu hin jalqabin dura.

Sioux City nama dhukkubaan qabame bakka biraa irraa akka baaye qabdu gabaasan kan akka Bismark fi North Dakota wal hin qabatu. Namni parsanti 9 ta’an dhukubichaan kan qabamiidha. Woodbury County keessati namni qabame baaye kan tae yoo kan tau akka odeefannoon gad dhiifamarreti parsantii 23% dha.

Mana fayyaa Siouxland akka gabaasaniti namni hospitaal lama kan Sioux City keessa jirru baaye ol guddatee jira. Ammati dhukubsattoota 89 yaalu jiru, parsantiin 70 % sababa Covid-19 kan jiraniidha. Guyyaa wiyxata dhukubsattoota 10% gahu dabalame jira fi jia darbee irra harka 20 olgudate jira. jia lama dura dhukkubsattoota 31 ture.

South Dakota nama dhukuba Kanaan qabame hospitaala kan jiruu irraa harka guddaa irra jirti.

Torbaan lama dura osoo Thanksgiving hin gahin, Governor Nebraska Pete Ricketts “walgeti baaye xiqqoo “ akka wal gahan kakaasu jira. Ricketts erga nama corona virus qabu wal argan booda conference har’aa Video dhaan hordoffan. Ricket erga qoranno godhe booda akka hin qabane himame.

West Middle School kan Sioux City keessa barumsaa online deebisu jirti bor irraa jalqabe hanga guyyaa ayyaana Thanksgiving. Annan mana barumsaa akka jedheti barattooni sababa kana hafan 10% kan tae yoo tau kun ammo barumsa gara online irrati kan deebisu ta’a .Deparmantiin mana fayyaa Iowa hayyama kenne. kuttaa torbaan barumsa gara online deebisani jirani erga barttooni baayen qabaman booda.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content