A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Filannoon guyyaa dhumaatif biyyaa hunda keessati banamee jira.

  

Oromo News 11/03/20

Filannoon guyyaa dhumaatif biyyaa hunda keessati banamee jira. Jiraattoni Iowa jalqabumaan nama million tokko tilmaamamu filatee ture. Bakkeen filannoo guyyaa seaati 7.a.m irraa bakka 1,200 kan baname yoo tau kan cufamu ammo 9 p.m dha. Secretary state kan office akka gabaasetti jiraattoni Iowa million 2 taruu filannoodhaf galmaahani turan, fi qixxee ol ammo filanno kan filataniidha.

Yeroo jalqabati yaaddo corona virus tiif dhiiiba godhanii jiran. Harki 64% democratic kan ta’an yoo tau harki 42% repaplikaana kan jirre waraqaa filannoo gaafatan.

Country election boards lakkoofsa warqaa filannoo Iowa lakkaahu jalqabanii jiru, filannoodhan kanaafis jarjaruu jirani.

Dhukkubni corona virus irra deebie Siouxland fi Iowa keessati babal’achaa deemu jira. Woodbury County keessati namni dabalataan qabame seaati 24 keessati nama 58 dha. Waliigalatti County keessati namni waliigalatti qabame 7,828 yoo tau waliigalatti namni duemmoo 100 dha.namni qabame parsantii 19.1% dha. Guyyaa  har’aa, state namni dabalataa 22 sababa Covid-19 Iowa keessati du’uu gabaasan, namni waliigalatti haarawa qabame ammo 1,516 dha.

Sioux City Councilman Alex Watters guyyaa kaleessa soda dhukkubani kun baaye babalachaa jiru gabaase. Walgahii magaala yeroo darbe irrati taa.ani waae hospitaala magaala lamaan irrati “irra debie kan guutamuudha” dhukubsattoota Covid-19 tiif.

Akka guyyaa wiyxataati, nama covid-19 qabame hospitaala MercyOne Siouxland medical Center yookin UnityPoint Health-St keessati yaalamu jira, akkaata gabaasa mana fayyaa Siouxland tti. Kunis guyyaa gidirsanbata as nama 9 dabalatee jira.dhukubsattoota kana keessa, namni 60 sababa covid-19 hospitaalati yaalamu jiru. Namoonni 24 ammoo hospitaala kan jiran virus osoma qabani garuu sababa dhukuba biraatif hospitaala jiran.

Lakkoofsi nama corona virus qabame biyyatti keessa baaye kan guddateedha South Dakota keessati dabalate. University Johns Hopkins guyyaa har’a average guyyaa torbaa kan corona virus qabaman Iowa keessati torbaan lama darbe kana keessa October oarsantii 25.5% ture. November keessa parsantii 19 hanga 37.4% ture.

South Dakota qofattu average rate guddaa kan qabuudha. Innis parsanti 50.6% dha.

Guyyaa har’aa Iowa keessati namni 730 sababa corona virus hospitaala galee kan yaalama jiruudha. State akka gabaasetti namni haarawa qabame 1500 yoo tau kan duemmoo 22 dha, kunis waliigalatti namni qabame 133,000 dha waliigalatti kan duemmoo 1,755 dha.

Manni fayyaa Sanford kan Sioux Falls keessa sababa dhukubsattoota nama dhukuba biraatin Emergency dhufee ammaaf akka qarqaaru hin dandeene gabaasan.

GalatoomaJ

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content