A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Erga guyyaa Jimaata governor Kim seera baste booda se’ati 24 kessatti sababa coronavirus namni bay’e

Erga guyyaa Jimaata governor Kim seera baste booda se’ati 24 kessatti sababa coronavirus namni bay’e du’u manni fayya Iowa Department gabaase.

Guyyaa Kamsa se’ati 10am irratti namni 19 du’uu gabaafame, waliigalati namni du’e 400 gahee jira.

Manni fayya Sioux land akka qabaaseti magaala Woodbury county keessatti sababa covid-19 namni 3 dabalatan du’u hime. Waliigalatti nama 25 gaheera. Namni haarawa qabames 55 yoo ta’u waaligalati nama 2,400 ol taree jira.

Magalaa Dakota County namni haarawni 3 qabamu himan, waligalatti namni covid-19 qabame 1,600 gaheera, duuti amoo nama 15 dha.

Governor Kim Reynolds nama qoratamu fedhe maraaf TestIowa birrati akka qorataman babal’isu jirti.

Hanga amma programa kuni itumaa fufaa hojjatotafi  qoranaan kan kenamudha. Kim Reynolds akka jetteti kunii businessidhan yoom akka banamu qarqara.

Namni yoo qoratamu fedhee assessment Testiowa.com guutu qaba.

Ammatti kutaa Iowa kessati bakki qoranno TestIowa 8 tu jira. Western Iowa tech community college kan Sioux city keessati arguu dabalate.

Governor Nebraska Pete Ricketss June 1st bakka baayeti waligahii namota irratti seerawan kaasu karoorse jira.

Karoorsi kunis Tyson Foods plant, bakka umanni bayeen iraa dhukubsate kan Dakota City keessa jiru hin ilaalatu.

Magaala Nebraska mannen buna, zoos, tiytaara filmi fi bakka daakki irra deebi’a akka banamuufi concert xiqqaa fi carataan akka itti fufan taasisa.

Rickets manneen fayya walqixa akka ta’uu fi namooni jiruu isaani seeratti akka deebi’an fedhi akka qabu hime.

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content