A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Deparmantriin mana fayyaa Iowa sababa Covid-19 jiraatonni Iowa namni darzanaa oliin lakahamaan du’uu

Deparmantriin mana fayyaa Iowa sababa Covid-19 jiraatonni Iowa namni darzanaa oliin lakahamaan du’uu himan. Iowa keessatti se’aati 24 keessati nama 500 haarawni oltu Covid-19 qabame.

Magaala Cedar Falls haguugi fuula akka godhatan murteesan, kunis magaala biraa Iowa kan dhukubni itti baayate tarkaanfi jarrri fudhatan kan dabalameedha. seera dirqama gochuun hagas maraa hin jiruu kan itti xiyyeefannu baayen barumsa irrati, haawasa garii keessa seeri gad dhiifame jira, ummani seeran warra hin godhaneef haguugi fuula akka godhatan himame.

Iowa Governor Kim Reynolds haguugi fuula godhachuu akka dirqama hin goone nama akka hin dirqamsiisu akka hin dandeene himte. Reynoldos bulchitoota biyyaatif ajaja waan hin kenniniif ajaja isaani hojiira oolchu akka hin dandeene himte yokkiin haguugi fulaa dirqamaa namaratii hingodhamu.

Dhukuuba Kanaan Adunyaa irraa lamaffaa ta’uudhan corona virus torbaan lamaan darbe keessati governor South Dakota Kristi Noem murtii isii kan dhukkuba kana laalatu nideegarti, kunnis akkaata ikoonomin guddatuuf virusii fi haala dinagdee walmadaalchisa deemu jirti

South Dakota keesati namni coronaan qabamu guyyaaa keesati 84 akka dabalee ogeesi fayyaa hime. Haala Kanaan harka 56% guddatee jira. Akkaata qorattoota Johns Hopkins.

Test Iowa Sioux City Morningside College keessati dhaabatee jira. qorannoon kunis kan hayyamamuuf barattoota digrii jalqabaatif, barsiisotaaf fi hojattootaf qofaaf. qorannoon guyyaa jimaata se’aati lamaaaf kan kennamu ta’a. malattoodhan yookin kan malattoo hin qabneen qorannoof kaffaltii hin jiruu.

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content