A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Deparmantiin mana fayyaa Iowa sababa Covid-19 seati 24 keessati namni haarawa 13 du’anii jiran, nam

Oromo News 02/02/2021

Deparmantiin mana fayyaa  Iowa sababa Covid-19 seati 24 keessati namni haarawa 13 du’anii jiran, namni haarawa qabame ammo 800 oldha.

State guututi namni 400 ol hospitaala akka jiran gabaasame jira. Guyyaa jalqaba kaleessa irra namni 22 dabalee jira, hospitaala lama kan Sioux City nama afur dabalatee, waliigalati dhukubsatoota 25 oltu jira.

Qorannoo bultii 14 kan Woodbury County keessa godhame parsantii 7.7% gaheera jira.

District mana fayyaa Siouxland nama haarawa 17 kan dabalatee yoo tau waliigalati nama 13,300 dha. Duuti haaroyni ammo hin jjiru.

Beelamni talaali corona virus kan jalqabe Woodbury County keessa bor kan sutu ta’a.

Kantiiban magaala Sioux City Bob Scott namni umriidhan deeman marti talaali way walgahuu dhaba jedhani sodaatan, keessati warroota computer hin fayyadamneef.

Talaalin 3,000 ol Clinic Tyson keessati kan argamuuf February 10th fi 12th for phase1N dhaaf akka dhaquu himan, kunis nama umriin isaani 65 fi sanii olta’e jalqabatti kan laalamudha.

Kuubbaaniyaa Meatpacking fi ogeessi fayyaa  kolbaa nama kamuu kan talaali corona virus fudhachuu didu akka fudhataniif akka yaala jiran himan. Companies bayiini, Tyson dabalatee, hojattooni talaali akka fudhataniif nagaa isaati faayida isaa himu jirani.

Garuu Union official fi workers advocates akka jedhaniti hojattooni namni tokko tokko mootuma irrati amanamuma waan hin qabneef talaali fudhachuu didan.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.