A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Deparmantiin mana fayyaa Iowa sababa Covid-19 namni 67 guyyaa har’aa kan du’e yoo ta’u seati 24 darb

Oromo News 12/29/2020

Deparmantiin mana fayyaa Iowa sababa Covid-19 namni 67 guyyaa har’aa kan du’e yoo ta’u seati 24 darban kana keessati namni haaraawa qabame ammo 1,500 dha.

Manneen nursing kan Iowa keessati talaalin corona virus kennamu jalqabe jira, kunis warra isaani akka dhufanii laalanafis karaa kan banamu ta’a kan jedhamu abdi qabu, talalin kun wal gahuudhaf turban ol akka fudhatus himan.

Aanan mana barumsa Nebraska hojattooni hagamtu akka akka talaali corona virus fudhachuu barbaadan laalu jira, kanaafu ogeessi fayyaa talaali buusu ni danda’a. hoajattooni mana barumsa warraa ogeeyyi fayyaati aanan talaali corona virus kan fudhatan akka tae himame jira.

Barsiisoni talaali January fi February keesa kan fudhan yootau hojattooni biras akkasuma.

Hojattooni fayyaa Nebraska sababa ayyaana Christmas fi bara haarawatif namni walitti qabamuun case haarawa akka baayatu ta’a jedhame yaadamu jira. Torbaan laman darbe kanniin keessa, lakkoofsi nama qabamuu harka qixxeedhan gad xiqqaata dhufu jira.

Haala qilleensa waning kan kennamee advisories siouxland maaraf maxxansee jira. Akkaata gabaasa haala qilleensati snow ammas galgala Kanaan bu’u itti fuf nimala jedhani jiru, snow inche 3 hanga 7 kan eegame yoo tau, mucucakan qabufi snow kan itti fufuudha.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content