A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Deparmantiin mana fayyaa Iowa akka gabaaseti sababa Covid-19 Woodbury County keessati namni haarawa

Oromo News 03/04/2021

Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.

Deparmantiin mana fayyaa Iowa akka gabaaseti sababa Covid-19 Woodbury County keessati namni haarawa 3 akka due fi 35 akka haarawa qabame gabaafame jira. Woodbury County keessati waligalatti akka dhukubni jalqabe irraa namni 214 akka due jiru gabaasani jiran.

Long-term care facilities Iowa keessa yeroo ammaa rakkoon hin jirre kana keessati virus baaye kan mulattuudha.

Siouxland District Health akka jedhaniti talaali guyya Wiyxata Tyson kennamuuf akka banaa ta’an gabaasan. Hojattoota fi namoota qama miidhamtoota mana keessati gargaarsa argatanii beelamni qabame jira. Hojattooni gurguddoon akka jedhanitti talaali kunis kan dhumaa akka tau maluu himan. Haata’u malee, karaa Mary J. Treglia Community House clinic dhan kan walgahan nii tau. Gabaasni dabalataa kan irrati hojatamaa jiruudha.

Jiraattoni Woodbury County parsantii 20% ta’an talaali corona virus kan jalqabaa kan fudhatani yoo ta’u parsanti 4.5% ta’an ammo talaali lachuu kan fudhatanii dha.

Ogeessi akka jedhetti wagga kana balaan lolaa kan Missouri River baaye kan xiqqaatu akka ta’u himan. Sababni isaa haala qilleensa gogaa kan ta’ee fi snowpack muraasa kara north kan argateedha.

U.S. Army Corps kan Engineers hanga bishaani Gavins Point Dam kan Yankton bira kan South Dakota jira akka dabalee himani jiran. Garuu layni ammas haala xiqqaa keesa akka deemu jiru himan.

Oduun kaan isiinif qophahee karaa Seaboard Triumph Foods kan Sioux City Iowa keesayii, karaa gamachutiin Siouxland kessati bara 2017 irraa jalqabee hawasaa kana deegaru. Odeefannoo dabalataa yoo fetee wa’ee Seaboard Triumph Foods malloo wesayitti kanaa senaa, Siouxcitypork.com.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content