A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Ayyaana bara haarawa irrati mucaa umrii 19 qawwee dhokaasuudhan dubartii tokko kan ajjeesefi nama sa

Oromo News 01/05/2021

Ayyaana bara haarawa irrati mucaa umrii 19 qawwee dhokaasuudhan dubartii tokko kan ajjeesefi nama sadihii biraa kan maddeese ture himatamee jira. Poolisin Sioux City akka jedhetti Christopher Morales qawwee gurguddaa nama sodaachisuufi akkanuman nama sodaachisuudhan himatame jira.

Poolisin akka jedhetti Morales namni tokko ollaa Morningside irraa akka inni mana seenu dirqisiise jira, wayta qophiin jalqabamu. Isaa fi kan biraa qawwee baaye mana keessati dhokaasani jiran.

Mia Kritis umrii 18 kan tatee kan due yoo tau ijoolen biraa 3 madaahani jiru.

Poolisin akka jedhetti morales addabbii barbaachisa kan argatu yoo tau. Kritis baratuu senior kan North High School ture.

Siouxland qophiidha qilleensa biraa kaa wintaraa akka dhuffuu hime, hojattooni haala qilleensa biyyaa akka jedhaniti barri 2020 magaala Sioux City dhaaf qilleensa gogaa ture jedhani.

Waggaakan suttes precipitation inche 20 qofa ture. Kan ta’uu qabus inche 28 ture. Kanaafu, waggaati inche 7.66 gadi 2020 keessati yoo tau recordiidhanis gogiinsa 19th irra jira.

Har’a karoora haarawa guddaa baasani jiran riverfront Sioux City haaromsiisuf. Deparmantin Iowa kan culture affair Chris Larson parka haaromsiisuf $400,000 kennani.  Biirrin guddaadha kan keenames akka State guututi communitie9 keessati doolara $1.25 milliyena kan kennameedha akka program Iowa Great Place.

Projektiin kunis kan June keessatti birrii $12 milliyene ol kan itti baye keessa isa tokko. Paarki haarwa kan kan bakkaa Argosy Casino kan itti fayadamaa ture dabalatee. Parkin kunis  kan uf keessa dabalatu kan akka overlook, mana sadihii, bakka basketball fi fixuudhaf waggaa lama kan itti fudhatu ta’a.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content