A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

To’ataan county duraani Jeremy Taylor ammas irra deebie Woodbury County keessati qabachuuf hojachu

To’ataan county duraani Jeremy Taylor ammas irra deebie Woodbury County keessati qabachuuf hojachu jira. Barcumaan amma kaqabatee Marty Pottebauma dha, isiinis democtratikidhaaf ta dorgamtuudha.

Taylor sababa jiraata eenyuma walmormiin dhufee January keessa teesso isaa gadi dhiise.

Iowa meatpacking plant keessati corona virus hanga qaraa irra olguddatee mulachu jira. Deparmemntin Iowa kan negeenya hawaasa eegu akka jedhettu guyyaa har’aa namni baayen corona virus qabamuu himan.

May 5 irrati, deparmentiin akka jedhetti hojattooni kan Tyson food plant keessa dalagan magaala Columbus Junction keessatti namni 221 COvid-19 qabamuu himan. haatau malee, Oficcial Tyson kan fayyaa eegumma irra hojattan hojattooni 522 akka coronavirus qabaman himan.

Hojjaattoni baayen kaampanicha 1,300 wayta sanitti mana yaala geefamuun isaani hin beekama, akkasumas hojjattoni lama erga virasichaan qabaman booda duani, official Tyson f, hojattoota eegumasa Iowa fi administration fayyaa gabaasaniiru.

Woodbury County keessati namni dabalataa sababa Covid-19 du’u gabaasan. deparmantiin mana fayyaa Sioux land guyyaa harbaa akka gabaasetti namni dhiira umriin isaa waggaa 40-60 jidduu jiru sababa Covid-19 du’uu himan, waliigalatti sababa kana namni due 47 gahee jira.

Woodbury County keessati guyyaa jaha keessati dua tokicha argameedha. Deparmentin fayyaa akka gabaaseti guyyaa har’a nama 121 qoranno godhe keessa namni 11 haarawa qabamuu himan.

Hanga guyyaa qixxeeti, Woodbury County keessati namni waliigalatti qabame 3,493 dha, akkaata qorannoo deoarmantii Iowa tti. Manni fayyaa Siouxland akka gabaasetti nama kana keessa namni 3,154 fayyuu himan. sababa COvid-19 Iowa keessati nama 800 oltu due, guyyaa harbaa namni haarawa 10 du’uufi namni haarawa qabame 374 state kan gabaase dabalate.

Senator US Chuck grassliw akka harbaa kana jedhetti sababa Coranavirus maallaqa kara tax namaa seenu hin deegara jedhe.

Garuu Repuplican Iowa ammo murtii murteesudhan asumaa achi waligad oofa jirani sababa san xiqqo duubatti harkifachuunile nimala jedhe. Senator kan baayinnan durabuee ajajuu Mitch McConnel akka jedhettiwaliigalatti maalaqni kun $1 trillion hin caalu. Yoo akkan guddate maalaqa democraatin May keessa kennite harka sadi hanqata.

Grassley akka jedhetti GOP baaye nuyaachise waaye biyyi idaa guddati seenu. Iowa Deparmati human Service akka gabaasa har’a kenneti durabuaan state kan medical mike jia dhufurraa hawaasa keessa nibaha.

Deparmantiin maalif akka inni dalagaa kana dhiisufi dalagaa haarawa kam argattu homaa hin dubanne garuu sababa dalagaa dhunfaatif August 14 dhiisa jedhame.

Randol dalagaa kan jalqabe December 2017 wayta saniiti dura ba’aa Jerry Foxhoven jala dalaguu ture.innis wanni dalaguu turee state keessati kardi mana fayyaa dhuunfa keessa dalagu ture. Terry Branstad akka gabaasa himetti jijjiiramni kun kan argame bara 2015 dha. Sagantaan kunis gara nama 700,000 ol Iowa keessa jiraniif qarqaare ture.

Randol kana dura itti gaafatamaa magaala sagantaa medicala kan Kansas’a ture , system kunis ummata dhuunfa jalatti dalagamu ture.

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content