A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Ammati Northwest Iowa kessatti dhukuba coronavirus kan qabame harka 10 keessa harka 4 gahani jiru.

Oduu Har’a

Kutaa Iowa keessatti dhukkubni coronavirus irra waliigalatti nama 60 du’uu himame erga kamsa Gov. Kim Reynoldy namni 7 dabalatan du’e jette himte asi.

Dhukuba coronavirusiin  haarawa kan qabame nama 146 yoo ta’u waliigalatti nama 2,141 gahuun isaa himame. Magaala Woodbury county keessatti namni 1 dabalataan qabamun, walii galatti nama 23 gaheera.

Northeast Iowa keessatti Gov. Kim akka jeete ofi eganoon umaata akaa oldabaluumu himte ergaa state Iowa keessatti harka 12 irraa harki 10 qabamuun isaa beekame booda.

Garuu ajajaa mana ta’umsaa ajjajuu hin fenne nii dhiifte.

Ammati Northwest Iowa kessatti dhukuba coronavirus kan qabame harka 10 keessa harka 4 gahani jiru.

Harka 10nii ol yoo kan taruu ta’e akka dhukubni kun waligad hin tamsaane eeganodhan irratti dalagun dirqama.

kutaa Iowa kessatti sababa coronavirus irraa kan ka’e ummani hojii dhabuu isaa itti fufaa jira.

Hojattoota kutaa Iowa nama kuma 46 ol ta’uu hojii dhabdumara kan ka’e unemployment guutate.

Turban 4 tarte keessatti gara namoota kuma 214 hojidhabdumma guutate.

Unemployment kan guute baayinan hojjatoota mana fayya, Social service, hojjatoota warshaa keessa dalaguufi warra suuqota akka ta’an himame.

Oduun haarawni har’a gadi dhiifame akka jedhuti Iowas keessatti coronavirus kan bay’inaan qabama jiru namota Latinii fi Guraacha ykn Africa ta’un himame.

Ummani coronavirus Iowa keessa qabame 17% Hispanic(latiin) fi 10% gurach(Black) garuu ummatoni Iowa keessa jiraan 6% Spanish fi 4% gurachaa.

Akka Gov. Kim jetteti ummani gosaa fi bifaan osoo wal hin qoodin akka yaalamu akkasumas kapaniwan umata ufii akka eegan itti gaafatama magaalatifi dura taa’ota kampaniwani akka dhukuba coronavirus irraa eegan gaafatee.

Galaatoma

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content