A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffa Anii Fatiya.

Oromo News 02/04/2021

Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni  Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffa Anii Fatiya.

Iowa nama sababa Covid-19 due guyaa har’a wajiin nama 5000 gutte. March 24 turee deparmantin fayyaa kan state yeroo jalqabaaf due sababa corona virus galmeesite.

Duuti guyyaa har’a ganama seaati 10 a.m irrati wayta gabaasan waliigalati nama 5,033 dha, guyyaa seati 24 keessati namni corona virusidhan due 58 ture. Ogeeyyin fayyaa state ammas ummani akka talaali corona virus fudhatuuf gorsa kennuu jirani. Garuu state wayta talaalin dhufe jala akka siisu maluhime. Kanaafu beelama gahaa qabaachuf kan raakkisu ta’a. guyyaa har’a, akka gabaasa torbaanitti, Iowa Governor Kim Reynolds akka jetteti talaali baaye dabalataan argachuudhaf akka hojjata jirtu himte. Reynolds akka jetteti Iowa akkaa biyattiti maalif talaali irra xiqqaa akka argattte hordafuu akka jirtu gabaaste.

Iowa kara talaali phase 1-b kan deemtu ta’a, lakkoofsi yeroo jalqabaa tallaali state kan keesatti godhame yookin ergame baaye xiqqaa akka tae himte.

Reynolds akka jetteti ogeeyyi fayyaa biyyati irraa deemu fi sababa talaalin kun fatureef mal akka tae qoratu jirani.

Reynolds akka jetteti oddeefannoo talaali corona virus kennuudhaf kan gidduu gala ta’e jiraataa akka bantu himte. Bakki bilbilaa, Reynolds akka jetteti jiraattota Iowa kan online dhaaf hin arganne baaye akka qarqaaru dandu himte.

Governor ammas akka jetetti bu’aan eguumsa daa’imani fi carraa manaa bal’isuu fooyyesuudhaf akka gorsa dinaagdee board iraa dhufee akka fayyadamtee himte.

Mana maree Siouxland  kan commerce Executive itti aanan president Barbara Sloniker boarda irrati waa’e ijjifanoo tokko tokkoo haasoyte jirti. Slonicker akka himtetti hojattooni akka jedhaniti galmee iraa galmeesudhaf akka gad bahee seeran hojattamu qabu himan.

Sloniker akka jetteti bara 2015 irraa lakkoofsi eguumsi daa’ima harka 31 gad xiqqaate jira. Kuni kanumaan osoo jiru, ijoole egumsaa daa’ima keessi jirtu wagga shanan darbe irraa wanni achi keessati fayyadaman torbaanin paranti 10 dabalee jira. Harki 16 ammoo bakka daaimani fayyadu dabalee jira.

Dabalataan Reynolds naannawa broadband kan baadiya keesa jiru bara 2025 keessati Iowa Hogganaa addunyaa gochudhaaf karoorfate jirti.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content