A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Aana mana barumsaa Sioux City akka gabaasaniiti barattoota fi barsiisoni Covid-19 qabaman akka xiqqa

Aana mana barumsaa Sioux City akka gabaasaniiti barattoota fi barsiisoni Covid-19 qabaman akka xiqqaa jiru himan.

Torbaan darbee nama 32 qabame; torbaan kana nama 26 qabame. Barattoota irra hojattota baayata.

Mana barumsaa Leeds Elementary haala daddafinsaan cufamuun gara online irrati deebie jira. Torbaan darbee class 5 ture.

Aanan schoola guyyaa jum’aa hundaa gabaasa haarawa kangabasanii dha akkasumas waliigalatti mana fayyaa Siouxland waliin malatteesani jiru.

Manni fayyaa Sioux land guyyaa jimaata gabaasa torbaani himeera fi torbaan tarte kana torbaan jahaan darban keesa nama qabamuu akka xiqqaate gabaasaniiru. Haatau malee, lakkoofsi nama virus Kanaan qabamu garuu gudachaa deemuma jira. Manni fayyaa Sioux land akka jedheti haala baayina ummani qoratamu irrati laalama. 

Namni hospitaala galu baayacha deemu jira.

Ogeessi akka jedheti waanni uumame baayen akka jiruu fi namootaa akka walitti qabaman kan godhanii haguugi fuulas akka godhataa hin jirre gabaasan.Kuniinis kan akka cidhaa, taba kubbaa, paarti, bakka duaa fi waan biraatifis kan walitti qabaman. Isaan ummani akka uf eegu gorsanii akkasumas seera eegu akka dhukubichi hin baayanef.

Deparmantiin mana fayyaa Iowa Woodbury County keessati namni tokko akka dabalataan due gabaasan waliigalatti namni du’e 69 gaheera.

Woodbury County keesati namni 14 keessati qabame parsantii 14.8% gaheera.

County 99 Iowa keessati 85 keessati dhiiba dhukkuba parsantii 5% ol qabu. Kunis ogeeyyi fayyaa baayen akka haguugi fuula uffatamu gorsan.

Governor Kim Reynaldo haala akkana seeran ala godhan. Governor guyyaa har’aa Northwest Iowa turan. Isiinis guyyaa har’a kan jalqabde Frank LeMere Hope Street House Sioux City keessa osoo kiliinika Test IA kan Le Mars hin daawatin dura akkasumas bakka sadihii northwest Iowa keessa.

Aanan Hope Street balaa suusi irra ummata mana hin qabnee dhaabata eegu yoo tau erga Dhalataan Native America maqaa moggaase booda.

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content