Oromo News 01/13/2021
Woodbury County keessati namni corona virus qabame 2 seati 24 keessati duanii jiru, waliigalatti namni due 175 gaheera. Namni harownii qabame 46 jira.
Deparmantiin mana fayyaa Iowa seaati 24 keessati namni 10 sababa covid-19 du’uu gabaasan, waliigalatti namni due 4,200(4,232) ol tu due jira. akkasumas namni haarawa qabame 1,900 yoo tau, waliigalati namni qabame ammo 300,000 ol dha.
Counties dhan Iowa 50 ol qorannoo bultii 14 godhan keessati namni qabame parsantii 15% akka ta’an himame. Woodbury County ammo 15.4% dha.