A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Oromo News 07.16.21

Oromo News 07/16/2021

Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.

Jiraattoni hundi isaanu dalagaa dalaguuf soquu waan jiraniif  June keessa hojii dhabummaan gara 4% gahee jira. Iowa Workforce Development akka guyyaa jum’aa gabaasanitti  hojii dhabdummaan May keessa 3.95 kan turee dabalee  jira.

Hojidhabdooni Nebraska jia darbe keessa haala hin jijiiraminiin katamaadhan gurguddaa tokko tokko keessati dabalee jira. Nebraska Department kan Labor akka jedhetti biyyati guututi May keessa hoiidhabdummaan 2.6% kan tae tureefi june keesssa ammo gara 2.5% deebie jira.

Meeda 10 kan western argamu bakka lafa baadiyaati qorannnoo warahaa haarawa  baankidhan state baaye keessati dalagaa dhaabata hin taane dhukubaa gad ta’anii kan hafan ta’anis state keessati economy dabalee kan mullatuudha. Waliigallii rural mainstreet economy index june 70 irraa jalqabee July keessa ammo gara 65.6% gad deebie jira. Wannii kamuu harka 50 ol yoo kan tauu gudachuu mullisa.  

Sagalan keessa kan beekaman ijoole Rosebud Sioux waggaa 140 ol biyya isaanitti ala kan jiraattan amma gara biyya isaani deebiu jiru.

Ioolen kunniin kan argaman mana barumsaa Carlisle Barracks kan Carlisle, Pennsylvania, kan argamuu mana hiidha keessa ture. Bor ganamaa Rosebud Sioux Reservation South Dakota hin dhufan jedhamuu kan eegamuu jiruudha.

Deebiani dhaabachu kan godhamuu ijoole dhalattoota biyyaa ta’an warra isaanin addaan baafamun gara wara adiiti akka dabalaman godhuun mootuman waliigala kan darbee waliin akka wal araaramanif waamicha dhiheessan yoo tau dhalattooni biyyaa baayinan akka waamicha godhan himan.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content
  • Oromo News 07/15/2021Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.Ogeeyyonni Akka jedhanitti jidduu Iowa fi…