A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Iowa keessasti guyyaa tokko namni covid-19 qabame 1,400 dha, nama 90 Woodbury County keessa dabalate

Iowa keessasti guyyaa tokko namni covid-19 qabame 1,400 dha, nama 90 Woodbury County keessa dabalatee. Manni fayyaa Siouxland namni tokko dabalataan Woodbury County keesatti akka due gabaasan. Isinis dubarti umeiin deemte takka, waliigalati akka dhukkubni jalqabe namni due 82 gaheera.

namni hospitaala galulle akkasuma dabalaa deemu jira sakka kaahametti namni amma hosptaala jiru 482 dha, 64 hospitaala Sioux City keessati kan argamaniidha.

Akka gabaafameti namni 61 long-term facility keessaayi, namni 13 northwest Iowa fi namni 4 Woodbury County dabalatee.

Governor Iowa Kim Reynolds akka jetteti wayta presdantiin Donald Trump wayta duula nafiladhu godhuu akka dhukkubni hin baayanef adeemsa maraa akka godhe ni amanti.

Guyyaa harbaa galgala qophiin Des Moines airport manaa olittti ayyaana godhan namni baayen akka irrati argamanii turan gabaasan.

Gov.Reynolds akka jetteti Ummani Iowa karaa nagahaan walitti qabamuu akka dandau himte.

Warri hiriira irra turan akka haguugi fuula hin godhatini hima. Reynolds akka gabaasa mana fayyaa jalatti namni amma nama kudhanii ol wagahuu akka danda’an himan.

Governor South Dakota Kristi Noem har’aa kaampeeni isii magaala New Hampshire goote. Osoo haguugi fuula hin godhatan ummata duratti haasoyte. Osoo state isii dhukkubni kun akka itti guddataa jiru osoo itti mullisa jira. Case ammati qabame nama 7000 yeroo awwlaa keetif south Dakotaa keesati. Hospitaalis yeroo jalqabaati busy taee ture.

Nebraska akka har’a gbaasa kenneteti namni qabame har’a 1000 dha. State guutu keessa amma nebraskaa jahaffaa irra jirti.namni nabaraaska keessati qabame nama 54,000 fi namni 530 dueera.

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content