A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Deparmantiin mana fayyaa Iowa namni 9 dabalataan sababa Covid-19 du’uu gabaasan

Deparmantiin mana fayyaa Iowa namni 9 dabalataan sababa Covid-19 du’uu gabaasan.websiten cororna virus kan state se’aati 24 keessati namni haarawa qabame 300 ta’uu gabasaan.

Deparamantiin mana fayyaa Iowa lakkoofasa namoota qabamanii ifatti hin fudhanne. March as namota virus Kanaan qabaman nama 53,000 irrati rakkoon homtuu hin uumamne. akka guyyaa kibxataa se’aati booda himanitti namni waliigalatti due nama 989 ta’uu gabaasan.

Manni fayyaa Siouxland akka gabaaseti nama haarawa 3 har’a qabame dabalatee waliigalatti namni qabame 3,832 yoo ta’u waliigalatti kan du’emmoo 54 dha.

Ogeessi fayyaaa Dakota County namni haarawa qabame 2 dabalatee waliigalatti namni qabame 1,927 yoo ta’u namni 42 ammoo du’uu gabaase.

President Donald Trump bubbee torbaan tartee Iowa keessati muudate irrati mariachuudhaf guyyaa har’aa Cedar Rapid bira dhaqqun wal arganii turan. Governor kim Reynolds akka jetteti erga bubbeen turte argamtee booda miidhan waan qaraa caale akkasumas lolaa caalas babal’ate. President Donald Trump irraa deebie state ijaaruf waada seene jira.

Governor Reynolds qarqaarsa federaala County 27 keessati doolara billion4 gaafate. Akkaata FEMA ti, president haga silaa qarqaarsa dhuunfa kana irratti hin mirkaneesine.

Durabuaan filannoo Woodbury County akka jedhetti gama isaatin filannoo Donald Trump fi repuplican iyyata galfatan irratti yaada akka hin keninee himanii jiru.

Haali keenama filannoo gaafi ta’etti Woodbury county gara kisiiti kan geesu ta’a. 

Counties sadiin warii himatamaan jalqaba irrati gaafi filannoo guutame warra filattootaf erganii turan. gareen Republica akka jedhanitti foormi kun kan fashalaayedha sababni isaas seera dalayduun state jette faala deema waraqaan ergamuu qabu waraqaa qulqulluu akka ta’u qaban himan.

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content