A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Jiraattonni Sioux City lama waliiti bu’iinsa konkolatta irraa kan ka’e eda halkan karaa central NE

Jiraattonni Sioux City lama waliiti bu’iinsa konkolatta irraa kan ka’e eda halkan karaa central Nebraska keessati du’anii jiruu.

Akka Lincoln County Sheriff’ office jedhetti makiina kan oofu nama umrii 32 Robert Islas wayta Center line north highway irraa wayta qaxxaamuru dha. Makiin lama waldhahee ibiddaa lachuutu qabateera. Islas fi namichii isaa biraan ta’u umrii 59 Gilbert Vasquez achumatti du’ani. Truck kan ammo oofu madaa muraasa kan madaaheedha.

Magaala Sioux City akka oduu haarawa gad dhiisanitti Chicago irraa namni xayyaaran deemu bultii 14 adda bahiinsa godhan san namni Sioux City irraa dhufu seera san jala hin jiruu, xayyaari American Airline jedhamu guyyati yeroo sadi barara Sioux City irraa kara Chicago fi balalinsi tokkomo ammo kara Dallas-Fort Worth  deema.

Chicago kutaa Iowa list 17 kan bultii 14 adda taa’an keessati dabalame. Haata’u male, seerri kun nama kara Chicago deemu irrati hin oolu.

Manni fayyaa Sioux land magaala Woodbury County keessati namni  haarawa tokko sababa Covid-19 du’uu gabaasan, innis nama umrii 61-80 jiruudha. Namni waliigalatti du’e 45 dha. Namni haarawa qabame 22 yoo ta’u waliigalati ammo 3,378.

Manni fayyaa Dakota County namni haarawa qabame akka hin jirre himan, namni waliigalatti du’e 39 yoo ta’u, kan waliigalatti qabame 1,822 dha.

State Nebraska website corona virus haarawa banan.

Innis information qorannoo dhukkubaa fi waa’e economy kan kennuudha.

Website kun coronavirus.nebraska.gov. jedhama.

Har’a Winnebago,Nebraska keessati filannoo addaa godhameera.

Nami filannof qopaheyee namaa 5 turee, garuu Vying tossooo lamaan banaa jiruuf demuu ture ergaa namni lama filannoo keessa bahee booda.

Kutaan Iowa kutaa tokko state 4 kassaa kan mallato kahee waraa U.S. Census Bureau wajiin akka data umataa kennuu edefanno drivers lincence.  Warri state Department of Transportation akka jedhitee wallii galteen mallato kan kan godhame March kessa, kunnis ofi dubaa debi’ee kan bara 2019 fi ufi duraa hangaa baraa 2024 kenaaf.

Bilchiinsi Trump amarraa jalqabee daataadhan gaafi waraqaa eennu itti fudhatan keenamu kabara 2020 akka data jaraa kenamuuf godhe. Warrii privacy advocate akka jedhanitti waraqaan hayyama konkolaata oofu nama laalani daatadhaf information gaha achiira argatu akkasumas ummata waraqaa hayyama ameerca keessa ta’u hin qabne drive license nama laaludhan beeku ni danda’ani.

Haasawaan D.O.T akkajedhetti kutaan Iowa waan umata maraayu warra mootumaatif kennu jira kan akka maqaa nama, teesso fi guyyaa dhaloota garuu kanin kennu hin danda’u kan akka saala nama, gosa, bifa ija nama fi waraaqa hayamuma ameerika taa’u.

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content