A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Namni coronavirus haarawa kan qabamaa jiruu May ass baay’e olguddate akka state health deparmentitii

Namni coronavirus haarawa kan qabamaa jiruu May ass baay’e olguddate akka state health deparmentitii himeti, namni hospitaala jiranis guddate jira.

Namni haarawa corona virus seti 24 keessati qabame nama 744 dha. waliigalatti namni qabame 33,800 gaheera. magaala Woodbury County keessati namni haarawa qabame 19 yoo tau Dakota County ammo nama 4.

Gareen eeydato ilma nama, Tyson foods fi meat packer JBS irrati sababa dhiiba mirga ilmanaatin himanna irrati banan. Campanichi namoota adii hin ta’in miidha akka jiru himan.  

Oduu himtoonni Sioux City himan torbaan kana kenname himan. innis kan jedhu campanichi karaa CDC jedhen jalaa demee hin hordofnee, jarrii bu’aa daddafi argachuu qofaaf cinqamani, wayta dhukkubichaa jalqabee saan ummani adii dalagaa akka fageenyan ykn manaa dalagan godhamee jira.

Tyson Food himannaadhaf Siouxland public media dhaaf deebi deebise jira. Akka jedhanitti “Nuti hanga amma fayalii qorataa jirra garuu amma waan isinitti himnu, nutti gubbaraa jira innis fayyaa hojattoota keenna, miseensotaa fi bakka Cominitiin keenna itti argamuudha” 

Manii amantii Catholic mallaqaa hanga billionaa $1.4 gargaarsaf waraa mootummaa iraa argachuu isanii himame.

Naannoo, sioux City, manni baruumsa Bishop Heelan catholic, manni baruumsa Brair Cliff University fii manni soorama bahiisa Holy Spirit dollaraa milliona $1-2  argataanni jiruu karra gargaarsa paycheck protection jedhamuun, kunis kan nuu gahee karaa mootummaa federaala irrayi. Akka oduu himaan Harba gabaseetti, liqiin irra guddaan karaa warra Thompson Electric Company, kunis dollar milliona $5 - $10 tti. 

Gareen miseensota oromoo community nama 100 ol ta’a hiriira lamaffaa sababa du’a weellisa beekamaatif bahaniiru.

Ganama kana bakka Mary J.Treglia Community alaaba qabatanii akkasumas Osoo federal Courthouse downtown Sioux City osoo hin deemin walgahaniiru.

Jarris haqa haacaalu hundeessa kan harka mootumattin ajjeefame gaafataniiru akkasumas dursaa oromoo kan hidhameefis.

Hiriiri kan biraa July 1st gegeefame ture. Har’a, Ethiopia attornel general akka jedhetti, namni lama ajeesa isaaf shakkamani akka qaban himan. Police biyyaa akka himetti namni 240 akka ajjeefame ibsameera

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content