A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Magaala Woodbury county kessatti namni haarawa coronavirus qabame 11 yoo ta’u, waliigalatti namni

Magaala Woodbury county kessatti namni haarawa coronavirus qabame 11 yoo ta’u, waliigalatti namni qabame 3,282. Dakota county namni haarawa qabame 5 ta’u gabaaste, waliigalati namni qabame 1,805 gahee jira. County sadihi keessati naannawa metro Sioux city, namni waliigalati du’e 83 dha, tokko Union County keessaa dabalate, akkasumas kan qabame union county keessa nama 140 gaheera.

Lakkoofsi hojii dhabduma namni guutate Nebraska keessatti turban darbe kan guutame wan ji’a lamaan taree caala ulgaddate.

Departmentiin hojjii kan U.S namaa 6,100 oltuu turban tarte dhuma July 4th irrati hojji dhabdumaa guutate.

Kunis harka 46% turban tarte irra guddatee jira.

Iowa Workforce Development akka gabaaseti dalagtotta nama 11,000 oltuu gutattee jedhan.

Kunis kaa torbaan irra guddatti ergaa May asii.  

Irraa baayinnan kan guutatu namota warsha keessa dalaguu fi hojii dhunfa hojjattu, akkuma ittuma fufe jira.

Manni fayyaa Iowa kan sammuu (mental health) akka jedheti, governor Kim Reynolds dollaarra million 50 karaa gargaarsa federaalaa ttin waraa rakkina sammuuttif kenuu ibsaan. Garuu ajajaan state furmaata dhaabata ammas soquu qaba jedhan. 

Filattoota 300 oltuu magaala Woodbury county keessatti Kibxata filaanodhaaf bahanii turaan, garuu akaa karra xalayaatiin qarra filataan dagattani.

Bareessituun state sababa coronavirus filanno April irraa gara July dabarsaniiru.

Galmee galmessan county akka jedhetti namni akannati jaanja’uun tokko tokko kan argamuudha, keesatu namoota gurguddaa irrati, garu hanga kana maraa miti.

Namichi siyaasaa haarawa kan Rippabliika Justin Wright warra seera eeydotaa injifachuu fi akkasumas namichaa Dimokraati Tim Kacene injifachuun isaa himame.

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content