A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Magaala sioux City naannawa metro sababa covid-19 namni tokko dabalataan du’uu himan

Magaala sioux City naannawa metro sababa covid-19 namni tokko dabalataan du’uu himan. Haa ta’u malee manni fayyaa Dakota country umrii fi saala namaa du’ee hin himne.

Magaala Woodbury fi Dakota keessatti namni waliigalaan du’ee nama 69 yoo ta’u, namni qabames 4,700 gaheera. Magaala Dakota keessatti namni haarawa qabame 10 yoo ta’u Woodbury county ammo 6 akka guyyaa kamsa gabaasameti.

Departmentin fayyaa Iowas akka gabaasetti namni haarawa coronavirus du’ee 10 yoo ta’u kan qabame 330 sa’aati 24 keessatti. Waliigalatti namni du’ee 639 yoo ta’u 22,900 kan qabamedha.

Hojaataan yeroo dheera Tyson kan Storm Lake sababa covid-19 du’uu himan.

Umrii 60 kan ta’e  Ken Jones torbaan darbe keessa erga turban lama hospitaala dabarsee booda du’e.

Jones hojjattoo waa maintenance, achii keessaa waggaa 12 dalageedha.

Tyson akka torbaan tartee himeeti hojjattoota Storm Lake 2,300 keessa namani 600 coronavirus qabamuu ibse. Buena Vista County keessati namni 4 du’eera, akkasumas namnii 1,400 qabamaniiru.

Secretarin state Iowa akka jetteti karaa xalayaatin waraqaa filannoo nama maraaf hin erginuu seeri kun kan bahes harbaa warra tumtuu seera Republican irraa bahe.

Akka baratamaati filattooni kan gaafatan filannoo June 2 dhaaf karaa xalayaatin yoking online, secreterin Republican kan state Iowa Paul Pate xalayaa dhaan ummani gaafate erguu murteesse, sababa dhukuba coronavirus irraa kan ka’e.

Kutaan Iowa dhumaratti record haarawa filannoo jalqabatif galchan.

Hojjatooni Iowa akka kamsaa gabaasannitti ummanni 10,000 oltuu torbaan June 6 hojidhabdummaa guutatte.

Kunnis nama 6,900 torbaan tarte keessa guutamen walitti madaalama. 

Lakkoofsii guddaan hojii dhabdumma guute hojattoota mana warshaatti.

Gurmeesitonni Woodbury county fair akka jedhanitti yeroo dhaaf H.4 fair qopheesuf qophiira jirani, waan qopheesan irratti haga silaa haasahumara jiran. Akkasumas state fair dhaabu isaani dhagahuf baay’ee itti dhagahame. Garuu murtti kana maalif akka murteesan nuu gala jedhan.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content