A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Akka oduu confenrence har’ati Iowa governor Kim Reynolds dhukuba babalina covid-19 hiri’isuudhaf

Akka oduu confenrence har’ati Iowa governor Kim Reynolds dhukuba babalina covid-19 hiri’isuudhaf seera dabalata akka gootu himte.

Wiiyxata dhufu, kan akka mana qumaari, speedways, wal dorgomii tracks, bowling alleys, paarkidhanii fi bakki sirbaa alaa harka 50% banamu nidanda’a. akkasumas bakka sports fi walgahiidhan ummata nama 10 nihayyamama.

Manneen dhugaatis naamota muraasa qofan nibanama, addaa fageenyi namas egudhan guyyaa Kamsa akka banamu himame.

Itti gafattamaan Manni fayyaa state akka jedhan, nama umrii waggaa 65 fi dhukubota adda addaa kan qabu akka mana taa’an gorsan.

Governor Kim sababa covid-19 mannen kirra kaffalu dadhabanifi mallaqa wahiin bitatan kafalu nama dadhaban kan qarqaaru program qopheesa jira jete.

Manni fayyaa Sioux land guyyaa ayyaana Memorial Day tti namni 4 du’uu gabaase. Namni 3 umrii gidduu galeesa kan ta’an yoo ta’u, 1 ammoo nama umrii 61-80 jidduu jiruudha. Guyyaa 4 darban kana keessatti har’a dabalate namni haarawa covid-19 qabame 158 dha. Magaala Woodbury county keessati namni du’e 30 gahee jira. Dakota county keessatti namni 1 harawnii du’e, waliigalati duti 21, harawnii qabame ammo 26 dha.

MeryOne fi Unity Point Health-St. Luke’s haakimoni kunin nama covid-19 qabaman 95 akka qarqaara jiran himan.

Manni fayyaa South Dakota nama haarawa 67 covid-19 qabamu gabaasan, garuu duuti haroyni hijiru. Namoota haarawa qabaman waliin waligaalatti namni qabame 4,600 yoo ta’u duuti 50 gaheera.

Yoo xiqqaate magaala Nebraska keesati namni du’e 150 yoo ta’u kan qabaman immoo waliigalati 12,000 gaheera.

Industriin fooni fi lukuu Ameerika keesati dalagaa ulfaata fi dalagaa humnaa kaa baqattoota irratti hundafamedha. Amma dhukuba kana walqabate haala hin beekamnen hir’ina dalaaydota dhabuu fi ummani foon booyye, foon horrii fi foon lukkuu dhabuutti jiru. Kampaniiwaan amma nama qaxaruu dhabee rakkinara jira, akka hojattotni hinsodaanef ummata jajjabeessuf miliyoona baasu jira. Garru garamarratu hameenyi dheera fi sodaan dalayttotaraa jiruu yerro bayee fudhata. Akkasumas hojidhabdumaanis nii bay’ata, warshaadhan foyyesunis fi bulchaan America Donald Trump’s seera imigrationa jijjiruu dherataa tuma dhufa.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content